🌼 Baga Ayyaana Daamaraa fi Masqalaa Nagaan Geettan! 🌼🌼

Share this post on:

‎Yuunivarsitiin Booranaa hordoftoota amantii Kiristaanaa hundaaf Baga Ayyaana Daamaraa fi Masqalaa nagaan geettan jechuun, ayyaanni kun kan nagaa, kan jaalalaa, kan tokkummaa fi araaraa akka isiniif ta’u hawwii gaarii isiniif ibsa.

‎Ayyaana Masqalaa Gaarii! 🌼✨

‎
‎Yuunivarsiitii Booranaa
‎
‎

‎🌼እንኳን ለደመራ እንዲሁም ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ!🌼🌼
‎
‎ቦረና ዩኒቨርሲቲ ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለደመራ እንዲሁም ለብርሃነ መስቀሉ በሰላም አደረሳችሁ እያለ፤ በዓሉ የሰላም፣ የፍቅርና የመተሳሰብ እንዲሆንላችሁ ይመኛል።
‎
‎
‎መልካም በዓል!🌼🌼✨

ቦረና ዩኒቨርሲቲ‎
‎

‎Borana University wishes all Christians a happy Meskel and a fulfilling year ahead. May this holiday be filled with peace, love, and blessings!
‎
‎Happy Meskel Holiday!🌼🌼✨

‎
‎Borana University

Share this post on:

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *