Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Marsaa Lammaffaa Yuunivarsiitii Booranaatti Nagaa Dansaa fi Milkiin Xummurama

Qormaanni Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Marsaa Lammaffaa Yuunivarsiitii Booranaatti Nagaa Dansaa fi Milkiin Xummurama

Yuunivarsiitii Booranaa, Adooleessa 28, 2015 A.L.I

Qormaanni biyyoolessaa kutaa 12ffaa marsaa lammaffaa Jimaata ganama kana Yuunivarsiitii Booranaatti nagaa dansaa fi milkiin muumma’e.

Itti Aanaan Pirezidaantii Dhimma Barnootaa, Dr. Galmaa Bonayya, barattoonni saayinsii uumamaa seera qormaataa ulfeesuu isaanitif guddoo galateeffachuun, carraa milkii dansaa halchaniif.

Suppervaayizaroota, Poolisii Mooraa, Poolisii Federaalaa fi kanneen biroos milkaa’ina qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa Yuunivarsiiticha keessatti gaggeeffamaa ture kanaaf gumaacha guddaa tolchan galateeffataniiru.

Daayirektoreeti Hariiroo Uummataa fi Idil-addunyaa

 

Mchujoo wa Pili wa Mtihani wa Kitaifa wa Kidato cha nne Wakamilika kwa Amani na Mafanikio Katika Chuo Kikuu cha Borana

Chuo Kikuu cha Borana, Agosti 04, 2023

Mchujo wa pili wa mtihani wa kidato cha nne ulikamilika kwa amani na kwa mafanikio katika Chuo Kikuu Ijumaa asubuhi.

Daktari Galma Bonaya, Makamu wa Rais wa Masuala ya Kiakademia aliwashukuru wanafunzi wa kidato cha nne kwa kuheshimu sheria za mtihani na akawatakia kila la heri.

Pia aliwashukuru wasimamizi, Polisi wa Kampasi, Polisi wa Shirikisho na wengine kwa kutekeleza jukumu lao katika ufaulu wa mtihani wa kidato cha nne wa mchujo wa pili katika Chuo Kikuu.

Kurugenzi ya Uhusiano wa Umma na Kimataifa