BRU Marks 21st Nations, Nationalities, and Peoples’ Day with Tree Care and Blood Donation Campaign

Share this post on:

Borana University | November 27, 2026

Borana University celebrated the 21st Ethiopian Nations, Nationalities, and Peoples’ Day under the theme, “An Advanced, Modern Ethiopia Enriched by Diversity and Strengthened Through Dialogue.” Marked by vibrant participation from staff and students, the event focused on volunteer activities through two key initiatives:

‎• Tree Care and Environmental Conservation: 🌳🌿 University staff tended to existing trees and seedlings across the campus and surrounding areas to promote environmental sustainability and enhance the institution’s green landscape.🌍💚
‎
‎• Voluntary Blood Donation Campaign:🩸❤️ Staff and students donated blood to support local health facilities and help save the lives of citizens facing medical emergencies.🏥🙏
‎
‎ Through these initiatives, the participants demonstrated a strong commitment to social solidarity and civic responsibility.👏🌟

##############################################

‎ቦረና ዩኒቨርሲቲ 21ኛውን የኢትዮጵያ ብሔር፣ብሔረሰቦችና ሕዝቦች ቀን ምክንያት በማድረግ የችግኝ እንክብካቤ እና የደም ልገሳ መርሐ-ግብር አከናወነ🌱🩸

ቦረና ዩኒቨርሲቲ | ህዳር 18 ቀን 2019 ዓ.ም.
‎
‎ቦረና ዩኒቨርሲቲ 21ኛውን የኢትዮጵያ ብሔር፣ብሔረሰቦችና ሕዝቦች ቀን «በብዝኃነት የደመቀች፣ በምክክር የጸናች ስልጡን ኢትዮጵያ» በሚል መሪ ቃል አክብሯል። የዩኒቨርሲቲው ሠራተኞች እና ተማሪዎች በንቃት በተሳተፉበት በዚህ ዝግጅት፣ በሁለት ዋና ዋና የበጎ ፈቃድ ተግባራት ላይ ያተኮረ መርሐ-ግብር ተካሂዷል፦

‎• የችግኝ እንክብካቤ እና የአካባቢ ጥበቃ፦ 🌳🌿 የዩኒቨርሲቲውን አረንጓዴ ገጽታ ለማሳደግ የዩኒቨርሲቲው ሠራተኞች በግቢው የሚገኙ ነባር ዛፎችን እና ችግኞችን የመንከባከብ ሥራ አከናውነዋል።🌍💚
‎
‎• የበጎ ፈቃድ ደም ልገሳ መርሐ-ግብር፦🩸❤️ የዜጎችን ሕይወት ለመታደግ እና የአካባቢውን የጤና ተቋማት ለመደገፍ የዩኒቨርሲቲው ሠራተኞች እና ተማሪዎች ደም ለግሰዋል።🏥🙏

ተሳታፊዎቹ በእነዚህ ተግባራት አማካኝነት ለማኅበራዊ አብሮነት እና ለሀገራዊና ማኅበራዊ ኃላፊነት ያላቸውን ጠንካራ ቁርጠኝነት አሳይተዋል።👏🌟

#################################################

Yuunivarsitiin Booranaa Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa 21ffaa Sababeeffachuun Duula Kunuunsa Biqiltuu fi Arjooma Dhiigaatiin Kabaje 🌱🩸

‎Yuunivarsiitii Booranaa | Sadaasa 18, 2019

‎Yuunivarsitiin Booranaa Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa 21ffaa dhaadannoo, “Itoophiyaa Qaroomtuu, Heddumminaan Miidhagdee fi Mariin Cimte!” jedhu jalatti kabajeera. Hirmaannaa ho’aa hojjettootaa fi barattootaatiin kan geggeeffame sagantaan kun, hojiiwwan tajaajila hawaasaa tola ooltummaa ijoo ta’an lama irratti xiyyeeffateera:

‎Kunuunsa Biqiltuu fi Eegumsa Naannoo: 🌳🌿Magariisummaa mooraa fi naannawaa eeguuf biqiltoota duraan dhaabaman kunuunsuun raawwatameera.🌍💚

‎Duula Arjooma Dhiigaa Tola Ooltummaa: 🩸❤️ Dhaabbilee fayyaa naannoo deeggaruu fi lubbuu lammiilee balaa tasaa fi rakkoo fayyaatiin miidhamanii baraaruuf, hojjettoonniifi barattoonni dhiiga arjoomaniiru.🏥🙏

‎Hirmaattonni kunniin hojiiwwan kanneeniin tokkummaa hawaasummaa fi itti gaafatamummaa lammummaatiif kutannoo cimaa qaban agarsiisaniiru.👏🌟

‎
“Dedicated to Resilient Pastoral Future”

Public and International Relations Executive

Share this post on:

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *